Korri Dubartootaa fi Shamarran Oromoo ABOn Qopheessame Finfinneetti Geggeessame

Duula Filannoo Itoophiyaa fi Qophii Dubartii Oromoo

Your browser doesn’t support HTML5

Duula Filannoo Dubartii Itoophiyaa


Korri kun waajira ABO guyddicha Gullallee jirutti Sanbata dabre ka geggeessame yoo tahu, dubartoonnii fi shamarran godinaalee Oromiyaa adda addaa irraa dhufan itti hirmaachuunis beekamee jira.

Dubartoonni Oromoo kallattii siyaasaa, dinagee fi ka biroodhaan fuul-duratti ba’anii mul’achuu qabu, jedhan – hirmaattonni walga’ichaa. Haayyu-dureen ABO obbo Daawud Ibsaas haasawa kora kanarratti dhageessisaniin “shamarran fi dubartoonni Oromoo ammummaan ijaaramanii filannoof dhufuuf qophaa’uu qaban,” jechuun hubachiisan. Gabaasaa guutuu caqasaa.