Korri Institiyuutii Qorannoo Oromoo Yunivarsitii Jimmaatti Geggeeffamaa Jira

Institiyuutiin Qorannoo Oromoo, kora isaa waggaa 4ffaa Yunivarsitii Jimmaatti geggeeffamaa jira. Jijjiirama sirna mootumma keessatti mirga sabootaa wal-qixatti kabajuu fi araara biyyoolessaa buusuun baay’ee barbaachisaa dha, jedhu hayyoonni kora kana irratti waraqaa qorannoo dhiheessan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Korri Institiyuutii Qorannoo Oromoo Yunivarsitii Jimmaatti Geggeeffamaa Jira