Korri Ripaablikaanootaa Kan Guyyaa 3ffaa Har'a Itti Fuufa

  • VOA

Kora galgala har'a kana irratti itti aanaa prezidaantii Yunaaytid Isteetes Maayik Peens Boltimoore bakka Fort Mac Henrii jedhamu irraa haasawaa dhageesisuuf jiru.

Namoota har'a dubbachuuf sagantaan qabameef keessaaa Seneteera Marshaa Blaakbarn, Joni Ernast fi waajiira tika nageenyaa keessatti eeggataadaayreekteera kan turan Richaard Greneel keessatti argamu.