ADAAMAA —
Lagi Awaashii fi Haroon Basaqaa gar malee guutee lola’uun miidhaa geessiseen namoonni hedduun qehee isaanii irra buqqa'uun himamee jira. Lolaan bishaanii kun aanaalee Godina Shawaa Bahaa fii Arisii keessa jiran kanneen Laga Awaashiin wali dangeessan kessaa jiraattota buqqaase.
Balaa kanaan miidhaan walii-galatti mudate bekamuu baatus, Warshaa Sukkaaraa Wanjii qofa irraa namoonni kuma shanii ol buqqa’uu tu himame. Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5