Dhalattoonni Oromoo Naannoo Somaalee Keessaa Buqqa’anii Mooraa Hammarreessaa Keessa Qubsiifaman Maal Jedhu?

  • Jaallannee Gammadaa

Walitti bu’insa daangaa bulchiinsa naannoo somaalee fi Oromiyaa giddutti uumameen kanneen jireenya ofii irraa buqqa’uuf dirqaman keessaa hangi tokko godiina Harargee Bahaa magaalaa Harar naannoo Hammarreessa jedhamu keessa qubatanii jiru. Jiruu fi jireenya isaanii haala suukanneessaa keessaa akka jiru dubbatu. Maaltu irra ga’e? jallanneen haasofsiiftee jirti.

Qophii guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhalattoonni Oromoo Naannoo Somaalee Keessaa Buqqa’anii Mooraa Hammarreessaa Keessa Qubsiifaman Maal Jedhu?