Lammiiwwan Oromoo Afriikaa Kibbaa keessaa Qabeenyaan Keenya Samame Jedhu

Lammiileen Oromoo biyya Afriikaa Kibbaa jiraatan rakkoo nageenyaa biyyattii keessatti gidduu kana mudateen qabeenyi hedduun irraa saamamuu fi balaan kaanillee irra gahuu dubbatan. Keessumaa naannoo magaala Johaanisbergitti balaa dhaqqabeen suuqiileen isaanii hedduun barbadaa’uullee himatan. Bakka Bu’aaan hawaasa baqattootaa haalli jiru ammallee amansiisaa miti jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa dhimma saamicha Afriikaa Kibbaa caqasaa