Liyyuu Haayl Haleellaa Gaggeessee Qabeenyaas Saamee Jira : Angawaa

Naannoo Oromiyaa fi Somaalee Itoophiyaa

Godiina Harargee Bahaa aanaa Mettaa araddaa falmattu sabaa keessatti Dilbata Muddee 24 bara 2017 humni bulchiinsa naannoo Somaalee obbolaa lama rasaasaan dhahuu fi manneen jireenyaa 115 qorqorroo irraa buqqifatee deemuu isaa aangawaan nannoo beeksisanii jiru.

Kunis kan ta’e dursanii haleellaa banuun obboaan lamaan eega madeessanii fi akka uummanni dheessee ba’u taasisanii booda ta’uun ibsamee jira.Ummanni sodaatee mana fi qehee ofii irraa dheessee ba’e abbaa warraa dhibba lama ta’u haga ammaattis qe’e oditti hin deebi’iin akka jiran ibsamee Jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Liyyuu Haayl Haleellaa Gaggeessee Qabeenyaas Saamee Jira : Angawaa