Tokkummaan Imireetii Arabaa Maadhee Human Qilleensaa fi Galaanaa Somaalilaand Keessaa Qabaachuufi

  • VOA

Buufata doonii Barbaraa

Pirezdaantiin Somaalilaand, Ahmed Mohammed Silanyoo yaada Sambata kaleessaa paarlaamaa biyyattiitii dhiheessan irratti, “investimantii harkisaa, biyyaa keenyas ta’ee naannoo kanatti rakkinni inni fidu in jiru" jechuudhan Tokkummaan Imireetii Arabaa maadhee humanna qilleensaa fi galaanaa biyya isaanitti akka dhaabbatu gafate.

Yaadichi seera tumtoota biraa mormiin isa muudatus sagalee 151 keessaa 144 argachuun raggaasifameera.

Gabaasa guutuuf kana cuqaasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Tokkummaan Imireetii Arabaa Maadhee Human Qilleensaa fi Galaanaa Somaalilaand Keessaa Qabaachuufi