NIW YOORK —
Obboo Ittafaa Namumaa jiraataa Waashingitan Diisiiti. Ji’a Eblaa darbe keessa vaayrasii koronaatin qabamee torban lamaa booda damdamate.
Your browser doesn’t support HTML5
Ilmi isaa oggaa sadi’ii garuu, vaayrasichi qaama isaa keessa jiraachuun qorannoodhan mirkanahuus mallattoon dhukkubichaa irratti in mullanne.
Haatii warraa Obboo Itafaa, Aaddee Aannanee Qaabataa fi intalli isaanii immoo qorannoo godhanii COVID-19 irraa walaba ta’uun qorannoodhan mirkanaahuu himan.
Your browser doesn’t support HTML5