WAASHINGITAN, DIISII —
Wabiin viidiyoo fi sagalee abbaan alangaa itti aanaa dura ta’aa Kongresii Fedrraalaawaa oromoo, Obboo Baqqalaa Darbaa irratti dhiheeffate harras lallamuu hin dandeenye. Manni murtiis wabiin kun akka waan hin jireetti fudhatama jechuudhan wanuma duraan dhihaatan lalee Bitootessa 29, 2017 murtii kennuu dha beellama qabeera.
Your browser doesn’t support HTML5