Manni-murtii Jawaar Mohammad fi Himatamtoota Kaan Irratti Ragaa Dhaggeeffachuu Itti Fufe 

  • VOA

Obboo Jawaar Mohaammed

Manni-murtii Federaalaa dhaddachi tokkoffaan, kaleessa yakka ilaalcha jalqabaatiif dhimma rogeessaa fi nama siyaasaa Jawaar Mohaammed fi kanneen biroo irratti ragaalee dhiheeffaman dhaggeeffachuu itti fufee ture. Jawaar Mohammedii fi himatamtoonni kanneen biroon ajjeefamuu Artistii beekamaa Hacaaluu Hundeessaa hordofee yeroo jeeqamni ka’ee turetti hidhaman.

Gabaasaa aguutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Manni-murtii Jawaar Mohammad fi Himatamtoota Kaan Irratti Ragaa Dhaggeeffachuu Itti Fufe