Haala Yeroo Irratti - Gaafii fi Deebii Prof. Mararaa Wajjin

  • Namoo Daandii

Hookkara yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraatti ka’ee hoogganoota bulchiinsichaa galaafatee fi magaalaa Finfinnee keessattillee hoogganoota Raayyaa Ittisaa ol’aanoo galaafate ilaalchisee, dura-taa’aan Koongiresa Federaalawa Oromoo – Prof. Mararaa Guddinaa maal jedhu? Gaaffii fi deebii Proofeesar Mararaa waliin geggeessine caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Haala Yeroo Irratti - Gaafii fi Deebii Dr. Mararaa Wajjin