Marii Karoorfame Kan Itiyoophiyaa

  • Jaallannee Gammadaa

Dr. Alamuu simee fi Dr. Isqeel Gabbisaa

Marii biyyooleessaa Itiyoophiyaa keessatti gaggeessuf karoorfamaa jiru kan ilaaleen Dr. Alamuu Simee, misnisteera Qindeessaa giddu gala ijaarsa sirna Deemookraasii, akkasuma Dr. Isqeel Gabbisaa Yunivarsitii Keetriin isa Michiigaan keessaaf barsiisaa akkasumas rogeessa siyaasaa waliin marii gaggeeffame Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Karoorfame Kan Itiyoophiyaa