AMBOO —
Dargaggootni Magaalaa Amboo keessa jiraatan sadii waa’ee araadaa fi dargaggummaa irratti marii Raadiyoo Sagalee Ameerikaa wajjin taasisaniin, haala itti gara araada jimaa fi tambootti dhufan ennaa dubbatan, “dhiibbaa hiriyaa, hojii dhabuu fi bakka oolan dhabuu tu kanatti nu galche,” jedhan.
Dargaggootni sadeen araada Jimaa fi tamboo dhaabuudhaaf tattaaffii gochaa jiran dubbatanii, miidhaa araadni fidu ilaalchisee, muuxannoo qaban irraa ka’uun dargaggootaa fi qaamota hawaasaa kaaniif illee dhaamsa qaban. Naakoor Malkaa tu mariisisee, caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5