Masjiida Afrikaa Keessatti kan Jalqabaa Ta'uun Himamuuf Alnejaashii
Your browser doesn’t support HTML5
Bulchiinsa Naannoo Tigraay keessatti kan argamuu fi Afrikaa keessatti isa jalqabaa kan ta’e Masjiidni Alnejaashii, yeroo wal waraansa Kaaba Itiyoophiiyaa miidhame deggeersa mootummaa Tarkiin suphamaa jira.