WAASHINGITAN, DIISII —
Dubbi-himaan Ministirii Dhimma alaa Masrii, muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa waggaa dhufu keessa hidhawwan sadarkaa xixiqqaa dhaa haga giddu-galeessaa gahan dhibba tahan ijaaruuf karoorfataa jirra, jechuu isaanii ilaalchisee mormii dhageessisanii jiran.
Kan Ityoophiyaan daangaa ishee keessatti ijaarte hidha guddicha laga laga Abbyaa guutuu irratti yeroo wal-dhibdee biyyoota sana gidduu furmaata hin argatiinitti kun immoo dhagahame.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5