Meeksikootti gaazexeessaan biroo ajjeefame

  • VOA

FAAYILII - Suuraa gaazexeessota ajjeefamanii nama maxxansaa jiru, Meeksikoo SiiMexico City, Jan. 25, 2022.

Meeksikoo keessatti ittu ji’a tokkoo hin guutiin gaazexessoonii 4 Ajefamaniiru. Dhaabbanni midiyaa toora masirittin faca’u Moonitor Micha’okan akka ibsetii wixata keleessaa hojjataan isaa Roberto Toledo Magaala Zitaku’ara keessatti akkaataa suukanneessaa ta’een rasaasaan rukutamee du’eera.

Daarektarrii dhaabatichaa Armaandoo Linaares ,gazexeessaan ajjefamee kun ji’ootaniif doorsifamaa akka turee ibasani doorsisichii amma dhugaa ta’uun isaa mirkanaa’u isaa himaniiru. Akka Dareiktarri dhaabichaa jedhanitti malaaf maltumaa fi haanga’ootaa siyaasaa malnmaltumaa raawwatan saaxiluun gatii akkanaa nu kaffalchiisaa jira jedhaniiru.

Akka mootummaan Meekisikoo jedhetti Muddee bara 2018 as Gaazexessoonii 50 ol biyyaatti keessatti ajeefamaniiru.