Midiyaan Hawaasaa Kaleessa Calliinsaan Turan Banamanii Jiran 

  • VOA

Tajaajiilli Feesbuukii Instaagraam fi waatsuppiin Wiixata kaleessaa gara sa’atii 6f addaan eega cite boota, addunyaan deebi’ee wal qunnamuu danda’ee jira.

Marsariitiin hawaasaa callinsaan liqiimfamee kan ture yoo ta’u hayyonni nageenyaa akka jedhanti, addaan cituu tajaajiila kanaaf dogoggoora keessaa hojjatamee ta’u mala.

Garu beekaa akkas taasisan wanni jedhu hin dhaga’amnee.