Sagalee dursee waraabamuun kaleessa koran waggaa kan Tokkummaa Mootummootaa irratti dhiyaate kanaan addunyaan yeroo ammaa rakoo gurguddaan qabamtee akka jiru kan ibsan ministriin dantaa alaa Ertraa Osmaan Saalee.
Isaanii weerara dhukkuba KOOVIID-19 , jijjirama qillensaa fi addunyaa irratti gama Humna qabaachuun jijjirama jiru maqaa dhahaan.
Waa'ee hidha laga Abbayyaa kan ilaaleen Itiyoophiyaa Masrii fi Sudaan gidduu fedhii fi amantii gaarii jiruutu fura malee gidduu seensa addunyaa miti jedhan.
Amerikaa fi Awuroopaan wal taatoota isaanii waliin akka jecha isaanii gocha balaa'amaa ABUT rawwtuuf deebiin kennan Ertraan hin fudhattu jedhan.
Gabaasa Guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5