Mooraa Baqattootaa Yugaandaa Tokko Keessatti Koovid 19 Irraa Of Eeggannan Ture Akka Itti Fufu Ciminaan Hojjetamaa Jira
WAASHINGITAN, DIISII —
Biyya Ugaandaa, kutaa Yumbee, mooraa qubata baqattootaa Bidibidi jedhamu keessa baqattoota jiran akka dhibee Kooviid 19n hin qabamnee fi haalli amma itti jiran akka itti fufu hoggantoonii baqattootaa boqonnaa malee hojjechaa jiru, jedhama.
Gabaasa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5