WAASHINGITAN, DIISII —
Baqattootni Keeniyaa keessa jiran mootummaan biyyattii carraa ittiin diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaannu nuuf haa qajeelchu jechuun gaafatan.
Harra magaalaa Naayiroobiitti wal gahiin waa’ee baqattoota gama diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaachisuurratti xiyyeeffate gaggeeffamerratti baqattoonni gaaffii qaban dhiyeessaniiru. Bakka bu’aan mootummaa Keeniyaa ka wal gahii kanarra turan baqattootaaf deebii kennaniiruu.
Galmoo Daawit dabalata qaba.
Your browser doesn’t support HTML5