Mormii Barattoota Yunivarsiitilee Naannoo Oromiyaa

Oromia map

Baratoonni Yunivarsiitilee Naannoo Oromiyaa Keessa Jiranii rakkoo nageenya Lixa Oromiyaa keessatti bu’aa fi buqaatii namootaan buqataa jiru akka mootummaan fala itti kennu hiriira bahuun gaafatanii jiru. Angawooni yunivarsitilee gaafi baratoota qaamaa dhimmi ilaaluuf akka dhiheesan waada galanii jiru.

Itti aanaan Hogganaa Biroon bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa turtii kaleessa Raadiyoo sagalee Ameekaa waliin tasisaniin rakkoo kana furuuf hojjatamaa jira jedhanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Mormii Baratoota Yunivarsiitilee Naannoo Oromiyaa