Mormii Oromiyaa, Tarkaanfii Mootummaa fi Hangoo Irraa Kaafamuu Hoggantootaa Irratti Ogeessi Seeraa Maal Jedha?

  • Namoo Daandii

Dr.Tsaggaayee Araarsaa

Mormii Oromiyaa keessatti ji’a afur lakkofsise fi tarkaanfii mootummaa laalchisee ogeessa seeraa Dr. Tsaggaayee Araarsaa hasoofsiisneerra. Gaafiwwan akka angooraa kaafamuu hoggantoota Dh.D.U.O, gaafii ummannii mormi irratti kaasaa jiruu fi namoonni ajjefamuu, dabalee dubbii ijoo adda adda irratti xiinxala kenneera, Dr. Tsaggaayeen.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaafii fi deebii Dr.Tsaggaayee Araarsaa wajjin goone dhaggeeffadha.