Mormiilee Oromiyaa Keessatti Geggeefaman Irratti Lubbuun Darbuun Ibsame

Jawaar Mohammed

Obbo Jawaar Mohammed akka isaan dhukkubu mana murtiif eega ibsanii booda naannoolee Oromiyaa tokko tokkotti mormiilee kaka’an keessatti lubbuu namootaa irra miidhaan ga’uu jiraattonni VOAn dubbise ibsanii jiran.

Dubbbi-himaan mootummaa naannoo Oromiyaa garuu, miidhaan mormiilee san irratti dhaqqabe qulqulleeffamaa akka jiruu fi ennaa xumuramu akka uummataaf ibsamu dubbatan. Abbaan-alangaa muummichi, ka federaalaa immoo, “Obbo Jawaar Mohammed waliin dubbannee, akka dooktorri isaanii dhuunfaa isaan ilaalu gaafatanii jiru,” jedha.

Your browser doesn’t support HTML5

Mormiilee Oromiyaa Keessatti Geggeefaman Irratti Lubbuun Darbuun Ibsame