Muddamsuu fi waldhabii Itoopiyaa fi Suudan torbaan kana keessa oowwaa dhufe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wal dhaba daarii Itoophiyaa fi Suudan

Torbaan kana keessa daarii Suudanii fi Itoophiyaan irratit wal dhaban irratti muddamsuun oowwiitti jirti.

Akka miniistiriin haajaa alaa Suudan, jedhetti xuyyuurii waraana Itoophiyaa seera malee lafa irratti wal dhaban al-Fashaga keessaa bahan.

Jarii mootummaan Itoophiyaa garaaru akka himata Suudanitti olloota Wad A’arood fi al-Liya keesaa yoo akkam diqqaate nama nagaa saddeet fixe.

Itti gaafatamaan waraana Suudan Lieutenant General Abdel-Fattah al-Burhan, achi dhaqee waraana isaanii naannoo sun eeganiin wal haasahe.

Suudan,Kaartumitti ambaasaadderii Itoophiyaa ammoo Suudan lola Tigraayutti fayyamdamtee lafa irratti wal dhaban fudhatteen himate. Akka waraanii Suudan achii bahu gaafae ambaasaadderii Itoophiyaa, Yibeltal Aemero.Suudan ammoo jecha sun hin jaalanne.