WASHINGTON,DC —
Your browser doesn’t support HTML5
Itoophiyaa fi Eertiraan biyya ollaati. Waraana daarii irratti wal dhabanii wal hadhaniin lola ganna lamaatti nama kuma 100 caalaatti irratti dhumate. Eegii sunii asi biyyitii lamaanuu waan waliin qabdu wal hanqifattee ganna hedduu jiraachaa baate.
Waan dabre bira dabranii yoo muummeen ministeraa Itoophiyaa imaltuuf Asmaraa,Eeritaa dhufetti pirezidaanti Isaayyaasa Afewarqii,bulchootaa fi ummatii bahee akkana simachuun akka abbootiin siyaasaa jedhanitti biyya tanaa fi olloota isiillee nagaatiin deema.