Haala amma jiruun bakkeewwan ammaan dura "Humnoota Adda Bilisummaa Uummata Tigraay” kan isaan "Diina" jechuun ibsaniin qabamanii jiran gadi lakkisiisuuf akka hojjechaa jiran dubbatan – Muummichi Ministaraa Abiuyyi.
Muummeen ministiraa Itoophiyaa gara adda waraanaatti imaluu kan ibsan akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Sadaasa 14 bara 2014 yoo tahu, guyyoota lamaan darban, Sabaa-himaaleen hedduun, "Eessa akka jiran, hin beekamu" jechuun ibsaa turan. Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.
Your browser doesn’t support HTML5