WAASHINGITAN, DIISII —
Somaliyaa keessatti eegaa halkan dheengaddaa walitti bu’iinsi deggeertootaa fi mormitootaa prezidaantii biyyattii Mohaamed Abdullaahii Mohaamed giduutti uumamee booda, Muumichi ministeeraa biyyaitii Mohaamed Huseen Roobilee akka tasgabbiin bu’ee wal-dhibdee jiru furuuf mariin jalqabamu waamicha dhiheessan.
Your browser doesn’t support HTML5
Paarlamaan biyyattii aanngoo prezidaant Mohaamad Abdullaahii Mohammad dheeressuu irraa kan kahe wal-dhibdeen jiru gara lola qawweetii jijjiramuu mala kan jedhu sodaa qabu xiinxaltoonii.