Naannoo Benishaangul Gumuz Keessatti Weerarri Koovid Dabale, Jedha Mootummaan Naannichaa 

FAAYILII- Naoota maaskii godhatanii baabura keessa ta'an, Finfinnee, Adoolessa 23, 2020

Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti weerarri Koovid-19 babal'achaa waan jiruuf hawaasni eeggannoo akka taasisu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksise.

Hoogganaan Sab-Quunnamtii Biiroo Fayyaa Benishaangul Gumuz obbo Waaccoo Waaqbulchoo, "Qorannaa Saamudaa taasisameen tamsa'inni Kooviid 19 duraan dhibbantaa shanii gadi ture, amma gara dhibbantaa 20 hanga 30tti ol guddateera" jechuun dubbatan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Naannoo Benishaangul Gumuz Keessatti Weerarri Koovid Dabale, Jedha Mootummaan Naannichaa