Guyyaan Kunuunsi Uummamaa Naannoo, Afaan Ingiliziitin ‘World Environment Day’ jedhamu akka Addunyaatti boru, Waxabajii 5 kabjamee oola. Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaan Kunuunsa Uummama Naannoo(UNEP) -in, mata duree “oggoota kudhanan dhufaniif haala naannoo deebisanii fooyyeessuu,” jedhu jalatti qophiiwwan hubannoo uumuu guyyoota lamaaf turan harra jalqabeera.
Kunuunsi naannoo maali? San gochuu keessatti gaheen beekumsa Uummata Ganamaa akkasumas Saayinsii maali?
Kanaa irratti ogeessa dhimmoota kana yeroo dheeraaf qoratee fi barate, Roobaa Bulgaa ,wajjin marii goone. Dhihaadhaa.
Your browser doesn’t support HTML5