Namoonni Benishaangul Gumuz Irraa Buqqa’an Tokko Tokko Achi Deebi’uu Hin Feenu Jedhu

Namoonni Naanoo Benishangul Soogee fi Baloo irraa buqqaanii Naqamtee jiran tokko tokko qe'ee isaaniitti akka deebi'uuf fedhiin qabne himan.

Waajjirri Hooggansa balaa sodaa Godina Wallagga Bahaa bara kana namootni kuma 157 ol deggeramaa akka jiru ibsee jira. Waa’ee lammiwwan buqqa’ana qubachiisuu kana ilaalchisee, mootummaa naannoo Oromiyaa irraas ibsa argannee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa kanneen Beenishaangul irraa buqqa'anii caqasaa