Namoota Seeran Ala Afrikaa Irraa Gara Awurooppaa Ceesisuun Itti Fufe

Wagga darbee kaasee sababa dhibee koroonaatiin kan ka’ee dhaabatee kan turee namoottan seeran ala afrikaa irra gara awuroopaatii ceesisuun amma itti fufuun isaa gabasamaa jiraa.

Yeroo amma haalli kooviid 19 waan salpachaa dufeef biiyyi Italiyaa dhorkaa ammaan dura daangaa ishee iiratii keesse lafisuu ishee hordofuudhaan waarrii seraan alaa galaana irra namoota daddabarsan ojii isaanii itti fufaniiru jedhameera.

Turban kana baqatoonii dhibaan lakawaman Libiiyaa ka’anii ittu kara Itaaliitti deemaa jirani odoola Laampaduusaa jedahmu irratii warra galaana irratii lubbuu namaa baraaru harka galaniiru jedhameera.

Haala qileensaa amma jiruu fi sababa rakkoon kooviid 19 itaalii keessattii laafaa deema jiruun kan ka’ee hojiin warra namootan seeraan ala daddabarsuu caalaatti itti fufaa akka deemu himama jira. Galaanaa Meeditiraniyaan irratti imalaa hamaa godhamuu Kanaan lubbuun namootaa afrikaa hedduu akka badaa ture waan yaadatamuu dhaa.