Naqamtetti Ajjeechaa Hojjetaa Mootummaatin ka Shakkaman Namoonni 10 Qabamun himame

Magaala Naqamtee (Suuraa faayilii)

Itti gaafatamaan Waajjira Carraa Hojii Uumuu ka magaalaa Naqamtee Obbo Malkaamuu Fayyisaa dheengadda “Qaamolee hin beekaman” jedhamaniin akka ajjeefaman Waajjirri Bulchiinsaafi Nageenyaa magaalaa Naqamtee beeksise.

Itti gaafatamaan Waajjirichaa Obbo Misgaanuu Waaqgaarii akka jedhanitti, ajjeechaa kanaan wal qabatee namootni shakkaman 10 qabamanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Naqamtetti Ajjeechaa Hojjetaa Mootummaatin ka Shakkaman Namoonni 10 Qabamun himame