Gjerdrum lafa teessoo mootummaa Noorweey,Osloo irraa gara km 25 oli jira. Manneen laftii citteen kukkun hagii guddaan manneen jireennaati.
TV irrallee manneen rarraa balee irraa ejaajjanii fi lafa qurxamtetti mumullata. Nama 10 oli du’aa fi jireennaan barbaadaa turan.
Helekoopterilleen lafa sun irraa maree afaan balaatii nama guura akka kanaan nama 700 achi guuran.
Akka warrii lafa bulchu jedhetti laftii ganamaan keessa gadi cituu jalqabde. Bulchiinsii naannoleen nama kumaa oli naannoo sunii fagaachuu qaba jechuutti jira.
Akka oduu himtuun daarekteroota bisaanii fi qabeenna Noorweey media irratti jettetti biyya “Quick Clay” jedhan Noorweeyii Siwidin keessa jirtutti yoo waan rakkisan akka kanaan gadi cita.
duruu caffaa.Bisaan guddootti lafa keessa jira. Ollaa sunilleetit bisaan gaarren irraa gadi jige, ykn cabbii lafa haga dabartee bisaan taateef w.aan akka akkaatin maqeeffachuutti jiran.