Koomishiniin Oromiyaa Akka Obbo Lidetuu Hidhaadhaa Gad-lakkisiisu Manni-murtii Ajaje 

Kan Manni-murtii ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa Obbo Lidatuu Ayaalew akka wabiidhaan hidhaadhaa bahan muriteessee Qajeelchi Poolisii Magaala Bushoofituu raawachuu dhabe, amma akka Kimishiiniin Polisii Oromiyaa gidduu seenuun kallattiidhaan Obboo Lidatuu Ayaaleew hidhaa dhaa hiiku ajaji kennamee jira.

Manichi murtii, Obbo Lidetiin meeshaa waraana seraan alaa qabate, jedhamee himannaa dhihaate irratti har’a ragaalee dhaggeeffatee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Koomishiniin Oromiyaa Akka Obbo Lidetuu Hidhaadhaa Gad-lakkisiisu Manni-murtii Ajaje