OMN Jila Hoogganoota Isaa Itiyoophiyaatti Erge

  • Namoo Daandii

Dhaabbatni oduu as Yunaayitid Isteets, kutaa Minisootaa keessa maadheffate, Oromiyaa Miidiyaa Neetwoork, waamicha muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa dhiheessanii fi tarkaanfiilee mootummaan isaanii itti fufee fudhate irraa ka’uudhaan, damee isaa Finfinneetti banachuu yaaduun jila hooggana isaa gara sanatti erguu isaa beeksisee jira. Kana irratti, daarektara ol’aanaa dhaabbatichaa Obbo Jawaar Mohammeditti bilbiluun haasofsiisnnee jirra. Dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

OMN Jila Hoogganoota Isaa Itiyoophiyaatti Erge