Biyyoota Gaafa Afrkiaatti Namoonni Miliyoonni Hedduun Ongeedhan Dararamaa Jiran
Abaa ijoollee isaa wajjiin qarqaarsa nyaataa eeggachaa jiru, Dolloo Somaaliyaa, Ebla 3, 2017
Somaaliyaa naannoo ongeen itti hammaate keessa namoota godaanaa jiran. Namichi baatanii jiran kun karaatti lafeen miilaa cabe, Bitootessa 17, 2017
Namoota rakkina nyaatatiif saaxilaman keessaa jaartii hoospitaala banadir keessaatti yaallamaa jirtu, Somaaliyaa, Bitootessa 5, 2017
Beelladoota ongeedhan dhuman, Somaaliilaand naannoo Hargeessaa, Bitootessa 15, 2017
Haadha rakkina nyaataa jiru ibsaa jirtu, Dolloo, Somaaliyaa, Ebla 4, 2017