Magaalaalee Oromiyaa Keessatti Har’a Hiriirri Deggersa Waraana Ittisaa Geggeessame  

Magaalaalee Oromiyaa Keessatti Har’a Hiriirri Deggersa Waraana Ittisaa Geggeessame  

Hiriirri gareewwan tootummaa Itiyoophiyaa lolaa jiran balaaleffatee fi Waraanaa Itisaa biyaaf deggersaa dhageessisa magaalaalee naannoo Oromiyaa 19 keessatti deemsisamee jira.

Tsahaay Daamxoo namoottan hiriira kanatti hirmaatan tokko tokko dubbisuun gabaasa qindeessite qabdi.

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaalee Oromiyaa Keessatti Har’a Hiriirri Deggersa Waraana Ittisaa Geggeessame