Tokkummaa Qabaachuuf Gurmaa’uun Dirqama

  • Jallannee Gammadaa

Washington DC Oromo Community

Jaarmayaan hawaasa oromoo magaalaa waashiingtoon Diisii fi naannoo ishee Fuulbaana 1 bara 2012 walgahii mata dureen isaa sabbonummaa oromummaa jedhuun marii tokko gaggeesse ture.

Walgahii kana irratti rakkoo ammaan dura akka sabaatti mudatanii fi amma immoo sadarkaa maalii irra akka jiru, danqaa Tokkummaa Oromoo mudate fi dhimmootii adda addaa irratti mari’atame.

​Adda addummaa xiqqoo jirtu dhiisanii galma isa guddaa irratti akeekkachuun wal cina hiriiuun barbaachisaa akka ta’e ibsamee jira.

Hayyoota walgahii kana irratti mata duree adda addaa ilaalchisee ibsa kennan keessaa
Professar Asaffaa Jaallataa Fi Dr. Mohammeed Hassan waliin marii gaggeeffame sagalee barreffama kana jalatti maxxansame irraa dhaggefadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dirree demokraasii kutaa 2ffaa




Your browser doesn’t support HTML5

Dirree dimokraasii kutaa 1ffaa