Your browser doesn’t support HTML5
Melaaniyaa Tiraampi jaarti pirezidaanti Tiraampi dabalee keessumaoota hedduutti kora paartii Rippabilikaaniif dhufe.
Maayki Pompeho ministerii haajaa alaa Amerikaalleen biyyuma imalti itti dhaqe Jerusaalemii waan hujii pirezidaanti Tiraampi dubbate.
Melaaniyaa Tiraampilleen balbala bulchiinsa White House duraa dubbiii dubbateen jabeenna pirezidaanti Tiraampi faarsite.
"Tiraampu haga jara dhiba koronaatiin dhibame cufaa waan dandahuun gargaarutti hin boqotu.”
Pirezidaanti Tiraampi embaasii Amerikaa lafa Waaqii ummata Jiwuuf kenne,Jerusaalemitti deebse,” jedhe Pompehoon.
Kora paartii Rippaabilikaan sun irratti itti aanaan Tiraampi Mike Pence itti gaafatama ummatii itte kennee fudhatee dorgomuuf waadaa gale.