WAASHINGITAN, DIISII —
Abdii Illee maqaa jedhamuun ballinaan an beekkaman, pirezdaantiin naannoo Somalee duraanii fi dhiheenya angoo irraa kaafaman Obboo Abdii Mohaammad Oomar mana isaanii Finfinnee jiruu guyyaa harraa qabamanii hidhamuu Abbaan Alangaa Federaalaa beekisisuu miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.
Ballina oduu kana tamsaasa keenya gara boodaa keessatti dhiheesina.
Preziedaantiin Bulchiisa Naannoo Somaalee Taayitaa Gadhiisan
Prezidaantiin Naannoo Somalee Duraanii Gara Finfinneetti Imalan