WAASHINGITAN, DIISII —
Joo Baayden pirezdaantii Yunaaytid Isteets 46ffaa ta'uudhan sirna kakuu geggeessudhan guyyaa harraa angoo fudhataniiru.
Pirezdaant Joo Baayden yeroo kakatanii angoo pirezdaantummaa fudhatan, Roobii, Amajjii 20, 2121