Polisii Joorj Flooyids Ajjeesuun Himatamee Irratti Murtiin Kennemuuf Jira

  • VOA

Ofiiser Dereek Chooviin

Ajjeechaa Joorj Flooydiin polisiin himatamee Dereek Chooviin jedhamu irratti Namoota ragaa ta’an dhaggeefachuun torban sadiif eega gaggeeffamaa turee booda murtiin kennamuu amma harka miseensoota garee murtii uummataa ykn Jurii jira.

Abbotiin alangaa Wiixtata kaleessaa xumuura falmii isaanii kan dhiyeessan yoo ta’u polisiin ajjeechaa rawwate jedhamuun himatamee irratti namoonni hawaasa keessaa filataman murtii kennuuf jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Polisii Joorj Flooyids Ajjeesuun Himatamee Irratti Murtiin Kennemuuf Jira