Pirezidaantiin Yunaayitid Isteets Kuubaa Daawwatan

  • Jaallannee Gammadaa

Pireezdaanin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaan Kuubaa Dawwachaa Jira.

Pirezidaantiin Yunaayitid Isteets – Baaraak Obaamaa, daawwannaa Kuubaa keessatti geggeessaniin, magaalaa Havaanaa keessatti Prezidaantii biyyattii – Raa’ul Kaasteroo wajjiin wal argan.

Hoogganoonni lameen -- wal-mormii waggaata shantamaa ol biyyoota isaanii gidduu ture akkaataa itti wayyeessan irratti, akkasumas, dhimmoota irratti wal-dhaban, kan akka dhimma eegumsa mirga dhala-namaa irratti ka dubbatan ta’uun beekamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa sagalee dhaggeffadha.

Your browser doesn’t support HTML5

VOA60 World- President Barack Obama begins historic visit to Cuba