Qabeenyaa Albuudaa Ishee 40 Qorannaan Adda-baafadhe Jetti Itiyoophiyaan

Qabeenyi albuudaa Itiyoophiyaa afurtamaa (40) ol ta'an qoratamanii adda baafamuu isaanii Ministarri Albudaa fi Boba'aa Itiyoophiyaa beekisisee jira.

Ministarichi kan danqaa itti tahee ture dhimma imaammata albuudaas dhiheenyatti mana maree ministeerotaaf dhiheessee akka ragaasisu beekisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Qabeenyaa Albuudaa Ishee 40 Qorannaan Adda-baafadhe Jetti Itiyoophiyaan