Qabeenyii Diyeegoo Maaradoonaa Caalbasiif Dhihaate

Ajaja manni murti dabarseen mana isaa dabalatee qabeenyaa taphataa kubbaa milaa Beekama Diyeegoo maradoonaa sadarkaa adduunyaa irratti dilbata kaleessaa caalbaasidhaaf dhihaatee ture.

Haa ta’u malee akka tilmaamametti gurguramuu hindandeenye.

Your browser doesn’t support HTML5