Suraalee Qophii Dhugaa Bahumsaa fi Hiriira Mormii Hawaasa Oromoo Amerikaa

Hiriira Oromoonni Waashingitan Diisiitti godhan, Ebla, 19,2015

Waa’ee dhiittaa mirga dhala-namaa Itiyoophiyaa keessaa – keessumaa, miidhaa uummata Oromoo irratti geggeessamaa jiru irratti, namoota haasaha godhan

Boonii Hoolkoom, qorattuu aadaa fi jiruu namaa (anthropologist).

Betty McCollum, miseensa mana marii godina Minisootaa Beetii Makikollom
Dhugaa bahumsii dhimma Oromoo irratti Galma Walgahii Kongireesii Amerikaatti kenname.
Hiriira mormii Oromoo waashington,DC
Hiriira Oromoonni waajjira pireezdaantii Amerikaa, Waayit Haawusitti godhan, Ebla 19, 2016
Hiriira Washingiton,DC-tti bahan
Dhugaa bahumsii dhimma Oromoo irratti Galma Walgahii Kongireesii Amerikaatti kenname.