ADAAMAA —
Rakko naannoo Somaaletti uumame furuuf mangudootaa fi ugaazota naannichaa waliin mariin taasifamaa jiraachuu Ministeerri ittisa biyyaa beeksise.
"Hidhattoota humna addaa naannoo somaalee hidhatanii ummata goolanaa jiran mariisifnee karaa nagayaan gama ummata akka deebi'an hojjatamaa jira," jedhan Ministeerichatti Daayreektarri Daayreektoreeti Indooktraanishinii fi Qunamtii Ummataa Meejar Jeneraal Muhammad Tasamaa.
Muktaar Jamaal dabalata qaba.
Your browser doesn’t support HTML5
Hubachiisa: Gabaasa kana keessatti "Humna poolisii addaa naannoo Somaalee meeshaa hikkachiisuf murteeffame" jechuudhan kan dhiheesine dogoggoraan waan ta'eef nu-oofkalchaa. Amma sirreesineerra.