WAASHINGITAN, DIISII —
Baatiin amma qabannee jirru kun, keessumaa Itiyoophiyaa gama Kabaa fi giddu-galeessaa keessatti, yeroo qonnaan jalqabamuu fi midhaan facaasamu.
Waraansa dabalatee rakkoon namaan dhufanii fi rakkooleen uumamaa kan itti wal-jijjiiran – naannoo Tigiraay keessatti sochiin qonnaa maal fakkaata.
Waahelli keenya VOA – Afaan Tigiree, Gabree Gebre-Medihin dhimma kana irratti, bulchiisa yeroofii naannoo Tigiraayitti hoogganaa Biiroo Qonnaa – Dr. Abaadii Girmaay dubbisee jira.
Your browser doesn’t support HTML5