WAASHINGITAN, DIISII —
Biyyoota Gaanfa Afrikaa kan ta’an Keniyaa, Somaaliyaa fi Rwaandaa keessatti lolaa bishaanii jandoo roobaa hamaa irraa argameen namoonni du’an 400 caalanii jiru. Kanneen kuma dhibba hedduu ta’an immoo manaa fi qe’e ofii irraa godaanuuf dirqaman.
Your browser doesn’t support HTML5
Kutaan gaanfa Afrikaa suun bara darbee caama hamaa uummata miliyoona hedduutti sodaa uumeetu mudatee ture.Amma immoo jandoo roobaatu dabaree fudhate. Gabaasa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5